Baga Nagayaan Gara Channel Ulul-Azm Media Official Dhuftan where we share inspiring Nasheeds and faith-based video's


Ulul-Azm Media

Nj dandeessa mucaa kana cichoominni isaa na ajaaiba osoo Nama isa deeggaru isa utubu of duubaa hin qabne ofumaan tattaafatee as gahee jira.

4 months ago | [YT] | 11

Ulul-Azm Media

Gad dhiifamee jira! 🔥

https://youtu.be/Debm2eiDQB8?si=Try1q...

4 months ago | [YT] | 9

Ulul-Azm Media

LET’s GO MY FAM🩵🙋‍♂️

Traakoonni Nashiidaa 4n kunooti amma sa’atii kanatti fe’amaa jiru kan irratti gad dhiifamu Channel YouTube dhuunfaa kiyyaa irratti waan ta’eef innis amma hordoftoota 14.9k qaba. hangasuu daqiiqa muraasa kanatti nama 100 #subscribe godhee 15k haa galchinu. Let go guys🙋‍♂️

Mee bakka jirtanii nama isin bira taa’us secondii 30 irraa fuudhii #Subscribe godhi.

4 months ago | [YT] | 258