Mul’ata
Islaamummaa madaalawaa tahe uummataan gahuu Keessatti Miidiyaa hawaasa biratti yaadaa fi qulqullinaan fudhatama guddaa qabu ta’uu.

Kaayyoo
•Duudhaa Islaamaa eeguun ergama isaa karaa aartiidhaan hawaasa biraan gahuu.
•Dhugaa fi ergama Islaamummaa hawaasa amantii biraa hordofan biraan gahuu.
•Hojiilee hawaasaaf faayidaa guddaa qaban irratti adda durummaan hirmaachuu.
•Seenaa,dhugaa fi eenyummaa ummata oromoo amantii Islaamummaa waliin qabatu ifa baasuu.

Duudhaa
•Hunda galeessummaa
•Adeemsa madaalawaa
•Itti gaafatamummaa
•Khalaqa

Milan Media

Simboo

Dhaloota egeree ifaa fi abdii qabu biqilchuuf eenyummaan hawaasaa murteessaadha. Dhaloonni dhufu ilaalchaa fi ejjannoo hawaasni ammaa kun barnoota , diinagdee akkasumas aartii irratti qabuun biqilfama!

Simboo torban kanaa Sabtii waaree booda sa'aa 08:00 irraa eegalee toora Tiivii Minbarii fi youtube Miidiyaa Miilaaniin nu eegaa!

Ebla 03-2018 | Shawwaal 23 -1447

#simboo
#milanmedia
#minbertv

2 months ago | [YT] | 83

2 months ago | [YT] | 114

2 months ago | [YT] | 79

Milan Media

Iid Mubaarak! 🌙✨🌙✨
Baga ayyaana Iida alfixrii kan bara 1447n nagayaan isin gahe!

Rabbiin dalagaa khayrii keenya nurraa haa qeebalu! Osoo nu keessaa hin hir’isiinis Ramadaana waggaa dhufuun nu haa gahu!

Irra deebiin Iid Mubaarak!

Abdulmalik Sayfaddiin
Hojii Gaggeessaa Miidiyaa Miilaan

🌙✨🌙✨🌙✨🌙✨

#Ramadan1447 #milanmedia #Eid #eid_mubarak

3 months ago | [YT] | 311

Milan Media

Gadhiifameera! 🎉🎉🎉🎉🔥
Ahlan Ramadaan Nashiidaa Afaan Oromoo |Waltajjii Mirkuz 33 | Milan Media #ahlan_remedan

4 months ago | [YT] | 954

Milan Media

1,000,000 🎉🎉🎉
Miliyoona tokko! 🥳🎉🎊

Salaam Yaa Ramadaan

🎉🎉🥳🥳🎊🎊👏👏

Jaalalaa keessaniin nashiidaan gurabaa marsaa 13ffaa ‘Salaam Yaa Ramadaan’ jedhuu YouTube irratti view 1,000,000 argatee jira.

Galatoomaa!!!

Ramadaana baranaanis gammachuu fi tokkummaan nu haa geessisu!

#gurabaa
#milanmedia
#Ramadan
#ramadan2026

5 months ago | [YT] | 319

Milan Media

As Geenye! 🎊🎉💥🏆

Facebook - Maatiiwwan 100,000
TikTok - Maatiiwwan 100,000
YouTube - 25,000

🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

Imalli hawaasa kabajamaa tajaajiluu , hojii qulqullina qabu hawaasa guddaaf dhiyeessuun itti fufa.

Duudhaa fi aadaa hawaasa keenyaa eeguun sagantaa garagaraa qopheessuuf carraaqaa jiru miidiyaan keenyaa fi keessan Miidiyaa Miilaan amanamummaa fi deeggarsa keessan argachuun karaalee miidiyaalee hawaasummaa keenyaan hordoftoota hedduu horannee jirra. Kun miidiyaa keenyaaf itti gaafatamummaadha! Amaanaadha! Amaanaa kana bahachuufis humna jiru hundaan ni sochoona.

Deeggarsii fi maamilummaan keessan akka nu jalaa hin hanqanne! Yaadaa fi gorsa keessaniinis nu jabeessa !!

Guddaa Galatoomaa!

Miidiyaa qulqullina qabu hawaasa kabajamaaf!

Miidiyaa Miilaan

#milanmedia

5 months ago | [YT] | 89

Milan Media

‘Galata Jaalalaa’
Ustaaz Ibsaa Hasan

Ergaa gabaabduu fi mi’ooftuu jaalala Rasuulaa irratti xiyyeeffatu ustaaz Ibsaa Hasanin waltajjii Gurabaa irratti nuuf dhiyaate har’a galgala sa’aa 02:30 irratti karaa toora youtube Milan Media dhaan irra deebiin isin biraan geenya.

#milanmedia

5 months ago | [YT] | 221

Milan Media

Yeroo hojjennu nu jajjabeessaa,yeroo dogongorru nu sirreeffataa Imala dheeraa nuwaliin gootaniif galatoomaa. Imalli keenya itti fufa.

7 months ago | [YT] | 113

Milan Media

Keessummaa Simboo Torban kanaa
Dr Abdusemed Husen

Boru Sa'aa Booda sa'aa 08:00 irraa eegalee...

#simboo
#milanmedia

7 months ago | [YT] | 120