Samuel Temesgen Official

Jaallattoota koo maraaf faarfannaa wangeelaa oomishuuf kan na gargaaruun muuziqaa #Oromoo dhaggeeffattoota bal'aa biraan gahuu.
Oromoon sabaa fi sablammoota Itoophiyaa keessaa isa guddaadha. Faarfannaa haaraa chaanaalii kanaan argachuu dandeessu. Daawwattanii & Subscribe gochuu keessaniif galatoomaa.




To bring #Oromo music to a wider audience by producing gospel songs for all my fans. The Oromo are the largest ethnic group in Ethiopia. You can find the latest gospel songs on this channel. Thanks for watching & Subscribing.