Waaqayyo biyya lafaatti farachiisuuf miti, biyyi lafaa Isaan haa fayyuuf Ilma Isaa biyya lafaatti erge malee. Ilma Isaa kanatti kan amanu itti hin faradamu, Isatti kan hin amanne garuu, maqaa Tokkicha Ilma Waaqayyootti waan hin amaniniif, ammuma iyyuu itti faradameera. (Yoh 3:17-18)
For God sent not his Son into the world to condemn the world; but that the world through him might be saved. He that believeth on him is not condemned: but he that believeth not is condemned already, because he hath not believed in the name of the only begotten Son of God. (John 3:17-18)
Nagaa Tube Official
#Ameen_ulfaadhu_yesus!
1 year ago | [YT] | 2
View 0 replies
Nagaa Tube Official
1 year ago | [YT] | 3
View 0 replies
Nagaa Tube Official
“Inni kophaa isaa kattaa koo, gargaarsa koo, da'oo koo tis, egaa ani iddoo kootii hin mittiqu!”
— Far. 62:6
1 year ago | [YT] | 2
View 0 replies
Nagaa Tube Official
Jechoota_Hayyootaa
=================
1. Farda lagaan ga’uu ni dandeessa; garuu obaasuu hin dandeeessu (Ingilizoota).
2. Saroonni lama; lafee tokko irratti, waliif galanii hinbeekani! (Faraansayota)
3.Kan arrabni yaabee dhalchu, kormi yaabee hin dhalchu! (Oromoota)
4. Miilli sochoonaan afaan agabuu hin bulu! Afrikaanota)
5. Bareedinni fuudhaa fi heerumaaf wabii hin ta’u! (Ariyaanota)
6. Iddoo yeroo dulloomtu teessu, iddoo yeroo dargaggummaa kee turte agarsiisa (Gaa’elikaanota)
7. Osuma barnoonni galaana ta’uuyyuu, harroonni garuu daakuu hin danda’an (Gaa’elikaanota)
8. Eenyummaa akaakayyuu kootii hin beeku; ilm ilmasaa garuu maal ta’uuf akka jiru beekuuf nan dhama’a. (Abraham Linkon)
9. Kan abbaan of hin gargaarre carraan isa hin gargaaru. (Oromoota)
10. Kan dhaggeeffatu hubachuuf, jechoota muraasatu isa ga’a (Afrikaa kibbaa)
11. Kan hiriyaa isaarra harka kaa’atee deemu fageenyi karaa itti hin beekamu (Nayijeeriyaanota)
12. Qalqalloon duwwaa jirtu dhaabbachuu hin dandeessu! (Taanzaniyaa)
13. Bareeda kan jennuun bareedinaan osoo hin taane, kan nu gammachiisaniini (Xaaliyaanota)
14. Kan carraa qabu galaanatti osoo darbattanillee qurxummiitu afaanitti qabatee baha! (Araboota)
15. Karaa si baasu osoo hin beekiin, deemsa hin eegalin. (Ingilizoota)
16. Kan fedhu, kan raawwatu nama cimaadha; kan hawwu kan argachuu danda’u immoo, nama abshaala! (Ayerlaandota)
17. Dhugaan lubbuu magarsiti; sobni garuu ni tortorsiti. (Oromoota)
18.Akka ganamaa seetee, galgalas narra ejjadhukaa jette kosorruun Oromoota)
19.Taa’umsi dhagaa fi jechi haadha ormaa suuta lafee nama lixa! (Oromoota)
20.Yaanni bilchaataan balbala cufamaa ni saaqa! (Africaanota)
Toora miidiyaa
Sanyii Guddataa irraa
Telegram | Facebook | TikTok | page
Galatoomaa
Sanyii Guddataa
1 year ago | [YT] | 5
View 1 reply