Yooyyaa! Baga nagaan gara chaanaalii YouTube BBC Afaan Oromootti dhuftan.
Kun imala addaa nuti isin waliin eegalledha. Chaanaalii kanaan waan Itoophiyaa, Afrikaafi addunyaa keessatti taβan ijoo; jireenya keessan keessatti dhiibbaa qaban, jireenya keessan fooyyessan, akkasumas beekumsa keessan guddisuu danda'an; bifa viidiyoon, af-gaaffii, dokumantarii gaggabaaboo ta'an; haaluma ulaagaa BBC'tti amanamummaa, iftoominaafi loogii malee isiniif dhiyeessina. Maaloo koottaa seenaa jireenya keessan nuuf qoodaa. Yaada keessaniis nuuf barreessaa. Akkasumas karaa marsariitii BBC News Afaan Oromoo, Facebook fi WhatsApp keenyaatiin geessituu armaan gadii cuqaasuun ammoo caalaatti nu argachuu dandeessu.
BBC News Afaan Oromoo
π Ashamaa!
Hibboo! ''Funyaan qabdi furrii hin baafattu.''
Maali deebiin? Mee yaalaa? #Hibboo #Ethiopia
6 days ago | [YT] | 270
View 12 replies
BBC News Afaan Oromoo
π Torban kana BBC Afaan Oromoo waan haaraan dhihaateera.
TikTok gubbaa wal agarreemi? Eeyyee. Simannaa keessaniif ulfaadhaa!
Baga waliinuu gammanne. Dhangaa danuu qopheessaa jirra. π₯°
Isin karaa TikTok maal akka isiniif qopheessinu feetu? Jalatti nuuf barreessaa.
Ammuma asiin nu hordofaa π trib.al/Vt9SMgJ
1 week ago | [YT] | 351
View 3 replies
BBC News Afaan Oromoo
π Hibboo!
''Jabbii jabbii hootu.'' Deebiin maali?
Hirmaadhaa, walirraa haa barannu. #ethiopia #hibboo #oromo
1 week ago | [YT] | 241
View 8 replies
BBC News Afaan Oromoo
Baga Iid al - Adahaaf geessan!
Ayyaana gaarii!
2 weeks ago | [YT] | 416
View 3 replies
BBC News Afaan Oromoo
ππ€£ π£π― Tutu tutuuu.... Dhagahaa, dhageessisaa! Tutu tutuu...
Oduu gammachiisaa qabna. BBC Afaan Oromoo marsariitii, Facebook, WhatsApp fi YouTube gubbaa ture.
Yeroo dhihoottimmoo dirree qeerroofi qarree, TikTok, gubbaatti nu arguuf jettu. Guddoo gammanne, nuuf gammadaa.
Hangasitti, asiin seenaa 'follow' gochaa nu eegaa. β€οΈ #ethiopia #tiktok
π www.tiktok.com/@bbcnewsafaanoromoo
2 weeks ago | [YT] | 271
View 3 replies
BBC News Afaan Oromoo
π Harka fuune!
Hibboo! ''Shaa jetti shanbaa jetti harkaan nan tuqin jetti.''
Eenyu isheen? π Mee deebii isaa jalatti. Lafa nagaa oolaa!
2 weeks ago | [YT] | 281
View 32 replies
BBC News Afaan Oromoo
π Deggartoonni Arsenaal baga mirgaan galtan! ππ₯³π
Obsa waggaa 22 booddee waancaa Pirimeer Liigii irra aanuu keessaniin maaltu isinitti dhagahame?
BBC Afaan Oromoo yaada keessan dhagahuu barbaada. Waan tureefi mudannoo keessan bakka jirtanirraa viidiyoo/suuraan nuuf ergaa.
Lakkoofsa Telegiraamii/WhatsApp keenya: +254 718 808 910
Irra deebiin baga gammaddan! #arsenal #epl
3 weeks ago | [YT] | 211
View 4 replies
BBC News Afaan Oromoo
π Nagaa bultanii?
Hibboo! "Abbaas hin fakkaattu, haadhas hin fakkaattu."
Maali deebiin? Jalatti nuuf barreessaa.
Lafa nagaa oolaa!
3 weeks ago | [YT] | 162
View 14 replies
BBC News Afaan Oromoo
ποΈ Akkam bultan?
Hibboo! : ''Osoon kolfuun gubadhe.'' π
Deebiin isaa maali? Jalatti nuuf deebisaa.
1 month ago | [YT] | 214
View 15 replies
BBC News Afaan Oromoo
Hibboo!
''Abbaa gabaabaan lafa jala daldaala.'' π
Eenyudha? Deebii jalatti nuuf barreessaa. Nagaan oolaa!
1 month ago | [YT] | 201
View 10 replies
Load more