Ummatii Tube Daw'aa, Gorsa fi Dhaamsa Ulamaa'oota kan Dhiiheessuu yoo ta'u hordofnee irraa waa ha barannuu.
Torbaanitti Viidiyo 2-5 kan gad dhiifamu ta'a inshaa Allah Hordooftani akka irraa barattan.
Sagantaaleen keennaa Qur'aana fi Hadisa irratti kan hundaheedha.
Subscribe yoo gootan akka Sadaqaa Jaariyatti niiyyadha.
Like yoo gootan Qur'aana fi Hadisa irrattii nama heddu akka jajjabesitan niyyadha.
Share gochuun Daw'aa nama bira akka gaahuu yoo gootan badhaasa rabbii irraa argattu.
Comment irratti yoo nu jajjabessitan badhaasa rabbii irraa argattu.
Ummatii Tube Fillannoo fi keennaa Maatii keessani fi Hiriyoota Keessanii!

EEGAREE UMMATAA!!!



UMMATII TUBE

Sagantaa Qubsiisa Aalima Sh Kamal A/Jaliil Aanaa Gaasara Ganda Awsooche Kolooba Ginbaa.
Saganta Qubsiisa Aalima Sh/ Kamaal Iddoo Hayyoonne, Beektonni fi Hawaasni Baalee Argamutti Kan Ta'e fi Gumaacha Mallaqaa fi Lafaa Qonna, Jireenyaa Kan Gumaachameefi Kennameedha.
Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.
Telegram: t.me/ummatiitube
Facebook: shorturl.at/lFU16
Youtube: shorturl.at/ftyKS
Tiktok: Tiktok.com/@ummatitube
Instagram: shorturl.at/eqyQ2
UMMATII PRODUCTION
Eegaree Ummataa!

1 week ago | [YT] | 36

UMMATII TUBE

Baanglaadeesh keessatti Gafarsii Maqaa Doonaald Tiraamp Argamee.
Baanglaadeesh keessatti Gafarsii Maqaa Doonaald Tiraamp Jedhame
Waamamufi Fuulli isaafi Rifeensi isaas Donaald Tiraamp Fakkatu Argame.
Daawwattoonni amma guutuu Baanglaadeesh irraa imaluun suuraa isa
waliin ka'u, Abbaa qabeenyaatti
kan gurgurame yoo ta'u Iid al-Adhaadhaaf Kan Qophaayu ta’a.
Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.
Telegram:  t.me/ummatiitube
Facebook:  shorturl.at/lFU16
Youtube: shorturl.at/ftyKS
Tiktok: Tiktok.com/@ummatitube
Instagram: shorturl.at/eqyQ2
UMMATII PRODUCTION
Eegaree Ummataa!

1 month ago | [YT] | 16

UMMATII TUBE

Hadiisa Bareedduu Har’aa Waa’ee Salaata
Anas(RA) akka gabaasetti: Jundab b. Qasrii (RA)
akkana jechuun Ergamaan Rabbii s.a.w akkana jedhan:
Namni salaata ganamaa (jamaa’a keessatti) kabaje,
eegumsa Rabbii jala jira.
Sahii Muslim, Kitaaba 5, Hadiisa 330

Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.
Telegram: t.me/ummatiitube
Facebook: shorturl.at/lFU16
Youtube: shorturl.at/ftyKS
Tiktok: Tiktok.com/@ummatitube
Instagram: shorturl.at/eqyQ2
UMMATII PRODUCTION
Eegaree Ummataa!

1 month ago | [YT] | 28

UMMATII TUBE

Hadiisa Bareedduu Har’aa Waa’ee Beekumsaati

Akka gabaase ‘Abdullah bin ‘Amr bin Al-‘As (RA): Ergamaan Rabbii s.a.w
akkana jedhan: “Dhugumatti Rabbiin beekumsa ummata irraa
hin fudhatu, garuu beekumsa ulamaa fuudhee fudhata, hanga hayyuun
tokkollee hin hafnee fi ummanni hooggantoota wallaalota gaafachuu
jalqaban, kanaafuu beekumsa malee murtii isaanii ni kennu ummatas ni jallisu.
Kun mo qabatama amma keessa jirruudha.

Jami` at-Tirmidhi, Kitaaba 41, Hadiisa 8

Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.
Telegram: t.me/ummatiitube
Facebook: shorturl.at/lFU16
Youtube: shorturl.at/ftyKS
Tiktok: Tiktok.com/@ummatitube
Instagram: shorturl.at/eqyQ2
UMMATII PRODUCTION
Eegaree Ummataa!

1 month ago | [YT] | 15

UMMATII TUBE

Hadiisa Bareedduu Har’aa Waa’ee Iklaasa
“Abdullah bin Amr “akkana jedhe: “Ergamaa Rabbii (s.a.w)
Gaafate: ‘Ummata keessaa kamtu caalaadha?’ “Namni qalbii
qulqulluu fi dubbii ikhlaasa hundi qulqulluu, cubbuu, jal’inni,
aarii fi inaaffaa kan hin qabnes.” Jedhanin Ergamaa Rabbi (S.A.W)
Sunan Ibnu Majaah, Jildii. 5, Kitaaba 37, Hadiisa 4356

Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.
Telegram: t.me/ummatiitube
Facebook: shorturl.at/lFU16
Youtube: shorturl.at/ftyKS
Tiktok: Tiktok.com/@ummatitube
Instagram: shorturl.at/eqyQ2
UMMATII PRODUCTION
Eegaree Ummataa!

1 month ago | [YT] | 23

UMMATII TUBE

Hadiisa Bareedduu Har’aa Waa’ee Ibidda Jahannam

Abuu Hureeyraan odeesse: Ergamaan Rabbii (s.a.w) akkana jedhan,
“Ibiddi Addunyaa kana Gosoota 70 ibidda (Jahannam) keessaa tokko.”
Namni tokko, “Yaa Ergamaa Rabbii (s.a.w) Ibiddi kunu silaa
(warra kaafiroota hiraarsuuf) gahaa ture” jedhee gaafate,
Ergamaan Rabbii (s.a.w) “Ibiddi (Jahannam) ibidda idilee (dunyaa)
caalaa kutaa 69 qaba, kutaan tokkoon tokkoon isaa akkuma ibidda
dunyaa kanaa ho’aa dha.”

Sahiih al-Bukhaarii, Jildii 1ffaa. 4, Kitaaba 59, Hadiisa 75
Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.
Telegram: t.me/ummatiitube
Facebook: shorturl.at/lFU16
Youtube: shorturl.at/ftyKS
Tiktok: Tiktok.com/@ummatitube
Instagram: shorturl.at/eqyQ2
UMMATII PRODUCTION
Eegaree Ummataa!

2 months ago | [YT] | 27

UMMATII TUBE

🕌 Hadiisa Bareedduu Har’aa – Waa’ee Salaata Jumu'aa fi Kuxbaa
Rabbin Akkas Jedha Salaata Jumu'aa fi Khutbaa irratti:
"Yeroo waamichi Salaata Jum'aa labsame gara yaadannoo
Rabbii (Masjida) Khuxbaa fi Salaata dhufaa daldala fi
waan biroo hunda dhiisaati.
Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.
Telegram: t.me/ummatiitube
Facebook: shorturl.at/lFU16
Youtube: shorturl.at/ftyKS
Tiktok: Tiktok.com/@ummatitube
Instagram: shorturl.at/eqyQ2
UMMATII PRODUCTION
Eegaree Ummataa!

2 months ago | [YT] | 31

UMMATII TUBE

Hadiisa Bareedduu Har’aa waa’ee Fuudhaa fi Heerumaa.
‘Alqaamaan odeeffame: Osoon `Abdullah waliin deemu akkana jedhe, “Nuti dhaabbata Nabiyyii (saw) keessa turre akkana jedhe, ‘Namni fuudhuu danda’u fuudhuu qaba, sababiin isaas dubartoota biroo ilaaluu irraa akka of qusatu isa gargaara, akkasumas walqunnamtii saalaa seeraan alaa raawwachuu irraa baraara, kan fuudhuu hin dandeenye immoo akka soomu gorfama, soomni fedhii humna saalqunnamtii isaa hir’isaa.”
Sahiih al-Bukhaarii, Kitaaba 30, Hadiisa 15
Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.
Telegram: t.me/ummatiitube
Facebook: shorturl.at/lFU16
Youtube: shorturl.at/ftyKS
Tiktok: Tiktok.com/@ummatitube
Instagram: shorturl.at/eqyQ2
UMMATII PRODUCTION
Eegaree Ummataa!

2 months ago | [YT] | 19

UMMATII TUBE

Hadiisa Bareedduu har’aa waa’ee Salaatati

Abuu Hureeyraan (RA) akkana jechuun gabaase: Ergamaan Rabbii (saw) akkana jedhe: isin keessaa namni kamiiyyuu salaata irratti yeroo ummata Salaachisu gabaabsuu qaba sababiin isaas isaan keessaa dargaggoo fi Manguddoo, dadhabaa fi dhukkubsataa waan jiraniif. Garuu namni tokko ofumaa yommuu salaatu akka fedhetti (dheeressu) danda’a.

Sahii Muslim, Kitaaba 4, Hadiisa 208

Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.
Telegram:  t.me/ummatiitube
Facebook:  shorturl.at/lFU16
Youtube: shorturl.at/ftyKS
Tiktok: Tiktok.com/@ummatitube
Instagram: shorturl.at/eqyQ2
UMMATII PRODUCTION
Eegaree Ummataa!

2 months ago | [YT] | 13

UMMATII TUBE

አላሁ አክበር!
በጋዛ 300 ሙሽሮች🇵🇸👰💍

የእስራኤል የዘር ማጥፋት ዘመቻ ቢኖርም፣ ፍልስጤማውያን አሁንም በመሬታቸው ላይ ለመዋሃድ ወይም ለመራባት በቀን ብዙ ጊዜ ያገባሉ::

Allah Akbar!
Misirroowwan 300 Gaza🇵🇸👰💍

Filisxeemoonni duguggaan sanyii Israel'n irratti raawwatamuus ammallee lafa isaanii irratti gadi jabaachuuf ykn wal horuuf guyyaatti dachaan wal fuudhuu jabeessaniiru.
Haaluma kanaan har'a namoonni 300 bakka takkatti cidha godhataniiru.
Kanaas abboottiin qabeenyaa biyyoota alaa keessumaa dhaabbileen Turkey guddoo deeggaraa akka jiran ibsameera.
Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.
Telegram:  t.me/ummatiitube
Facebook:  shorturl.at/lFU16
Youtube: shorturl.at/ftyKS
Tiktok: Tiktok.com/@ummatitube
Instagram: shorturl.at/eqyQ2
UMMATII PRODUCTION
Eegaree Ummataa!

2 months ago | [YT] | 30