🎙️ Welcome to The Maree Corner Podcast 🎙️
Join us at the crossroads of social, business, and spiritual conversations, where we dive deep into the issues shaping our world today. Each episode features thought-provoking discussions, captivating stories, and inspiring guest appearances.
✨ Subscribe for weekly episodes and connect with a community that’s not afraid to challenge norms, spark curiosity, and explore life’s big questions.
🔔 Don’t forget to like, comment, and hit the bell icon to stay updated!
#MareeCorner #Podcast #TheIntersection #SocialIssues #SpiritualGrowth #TikTokCreators
Maree Corner
Coming up
https://youtu.be/SzudWqhRBlc?si=F-bC_...
2 weeks ago | [YT] | 11
View 0 replies
Maree Corner
Episode keenya guyyaa har’aa kun tarii namootni hundumtuu beekuu fi itti yaaduu kan qaban akka ta’etti nutti dhaga’ama.
Eenyuunan ta’uu barbaada? Maalin ta’uu barbaada gaaffi jedhu as keessatti akka isin deebistan abdii qabna. (Namoota hanga ammaatti hin deebisneef jechuu keenya) 😁
Dhimmoota keessummaan keenya
- MIIRA YEELLOO ( shame )
- NAMA BIRAAN OF MADAALUU ( comparison)
- MIRKANEESSA NAMA KAMBIRAA ( validation addiction)
- NAMOOTA NAMA GAMMACHIISAN ( people pleasar) fi waantota nuti irratti kaase yoo sirnaan dhaggeeffattan hedduu irraa fayyadamtu.
Qarshii 2500 badhaafamuufis gaaffii nuti gaafanne deebisuudhaan abbaa carraa ta’aa!
SUBSCRIBE GOCHUUN NU DEGGERAA!
https://youtu.be/CM-reP5OG9w?si=KAUC2...
2 months ago (edited) | [YT] | 338
View 11 replies
Maree Corner
Podcast keenya torban kanaa waan baayyee nama fayyadu, keessumaa dargaggoota kan fayyaduudha. Keessummootni keenya haaraa miti, Barsiisaa Gemechu Eyasu Barsiisaa university fi hundeessaa dhaabbata SONDER. Akkasumas Belina hundeessaa BEL ACADEMY ti. Keessummoota kanaan dura dhiyaatanii Beekaan ha ta’an malee, episode isa kana irratti dhimma ijoodha jennu irratti maree hawwataa gooneerra. Jimaata dhufu galgala isin bira ga’a.
3 months ago | [YT] | 629
View 25 replies
Maree Corner
SAGANTAA KEENYA KEESSAA KAMIIN JAALLATTU?
4 months ago | [YT] | 99
View 21 replies
Maree Corner
Akka saba keenyaatti qabiyyeen gaggaariin namootni jaallatanii daawwatan keessumaa YouTube irratti qulqullinaanis ta’e lakkoofsaan hin jiru jechuu dandeenya.
Namootni qabiyyee bareedaa afaan oromootiin hojjetan heddummachuun isaanii namootni irraa fayyadamuu fi nuti galii irraa argachuu irra caalaatti guddina afaanichaatiif shoora olaanaa qaba.
YouTube irratti qabiyyee hojjechuu barbaadduu?
Akkamitti, eessaa akka jalqabdan wal’aaltanii?
Torban lama keessatti YouTube akkamitti akka hojjetuuf saba keenya keessatti akkamitti Yoo hojjenne milkoofna kan jedhu leenjii jijjiirama fiduu danda’u isiniif qopheessinerra.
Barri bara media ti 0902020208 irratti telegram qofaan galmaa’uudhaan sabas fayyadaa ofiis galii irraa argadhaa!
Telegram qofaan galmaa’aa!
5 months ago | [YT] | 256
View 10 replies
Maree Corner
Nuti waggaa tokko keessatti subscriberoota 60k dhiyaatan fi hawaasa bal’aa keessatti fudhatama guddaa argannee jirra. Icitiin YouTube irratti ittiin milkaa’an beektanii hawaasa ofii tajaajilaa galii irraa argachuu ni barbaadduu? 0902020208 irratti telegram irratti Yoo galmooftan qarshii 2500 qofa kaffaltanii torban lama keessatti YouTuber ta’uu ni dandeessu!
5 months ago | [YT] | 60
View 1 reply
Maree Corner
Yakki dhalli namaa raawwatu yeroo tokko tokko bineensa wayya nama jechisiisa. Haadhamanaa ofii abiddaan gubuu, ajjeesanii waan isheen of ajjeeste fakkeessanii rarraasuufaa dhageenye safuudha.
Inni kambiraan immoo waa’ee gudeeddiiti, oromiyaa keessatti waggaa tokkotti gudeeddiin meeqa waan raawwatamu isinitti fakkaata? Shamarran qofa miti dhiirris ni gudeedama. Mee tilmaamaa kan gudeedamu Durba meeqa? Dhiira meeqa? Jettanii yaaddu?
Guutuunsaa har’a galgala sa’atii 12 irratti isin bira ga’a!
5 months ago | [YT] | 216
View 2 replies
Maree Corner
https://youtu.be/ya1CTU0p0dE?si=94RBs...
6 months ago | [YT] | 9
View 0 replies
Maree Corner
Har’a galgala sa’a 12 irratti!
Guduunfaa maree
6 months ago | [YT] | 161
View 2 replies
Maree Corner
Akkam jirtu? Dr. Engida Firissa fi Dr. Kebene Hundessa jedhamu, abbaa manaaf haadhamanaadha. Dhimma gaa’elaa barsiisuu irratti muuxannoo waggaa 20 Olii qabu, kitaabota lamas barreessaniiru. Dhimmi gaa’elaa dhimma biyyaati, gaa’illi mana amantaa hin qabu. Dhimma hedduu murteessaa ta’e kana irratti waliin dubbii yedduu namatti tolu qabaanneerra. Jimaata borii galgala sa’atii 12 irratti waan gadhiifamuuf Warri gaa’ela qabdanis warri gaa’elatti adeemtanis akka isin hin darbine isiniin jenna. YouTube channel isaanis yoo subscribe gootan baruumsa babbareedaa torban torbaniin argattu!
7 months ago (edited) | [YT] | 288
View 10 replies
Load more