Blue Studion hojii Aartii, Aadaa, Seenaa fi Sagalee Artistoota irratti xiyyeeffatu dha. Kaayyoon keenya guddaan sagalee artistoota, barreessitoota (og-barruu), akkasumas namoota dandeettii addaa qaban gara ummata bal’aatti gahuu fi beeksisuudha. Dabalataanis, sagantaa keenya addaa “Dhandhama Jaalalaa” keessatti dhimmoota jaalalaa, jireenya isaanii irratti marii bal’aa fi hubannoo qabatamaa dhiyeessina.Akkasumas hojiiwwan isaanii gara hawaasaatti dhiheessina
Channel kana keessatti:
👉 Gaaffii fi deebii artistootaa
👉 Seenaa fi muuxannoo isaanii
👉 Muuxannoo fi gorsa jireenyaa ni argattu
👉 Aadaa fi aartii keenya caalaatti ni hubattu
👉 Dandeettii keessan guddisuuf carraa ni argattu
Maarree Blue Studio Subscribe,Share,Like fi yaada keessan Comnentiin nuun gaha
👉 Nu waliin ta’aa – baradhaa, bashannanaa, of ibsaa!